diiguu go.

GAO

Hiika

waanti ijaaramee ta'e tokko addaan bittinnaawuu; Manni ofii qilleensaan diigamuu. 2. dhirsaafi niitiin addaan bawuu, wal hiikuu; Qeeyeen isaa 'eega diigamee asitti nijufunfule. 3. waant irratti walii galamee ture hojii irra ooluun isaa hafuu, Waldaan qottootaa diigamuun isaa himameera.
Sponsors