diilallooftuu ad.

GAO

Hiika

1 . dubartii yookiin waan biraa kan o'ina hinqabn , qabbanooftuu, bushooftuu,- Dubartii diilallooftuu, biyya diilallooftuu. 2. dubartii jiruun jalaa hinhiiqne, boosetti suutee yookiin suutumee.
Sponsors