nama duratti dhugaa himuu,ragaa bawuu, masakkaruu; Jaarsi biyya biratti dhugaa ba'e.
waan kanaan dura dhoksaadhaan ture ifatti mul'isuu; Namichi dhugaa baaseeti manatti deebi'e.
waanti nama biraa soba ta'ee kan ofii soba dhabuu; Kan balleesse isaa,ati dhugaa qabda.
waan dhugamu keessattuu baay'ee yoo dhugan kan nama macheessuu danda'u; Dhugaatii nama macheessu yoo...
dhiira yookiin ubartii baay'istee dhugaatii jaal'attu; Namni dhugduun dubbii jaallatti.
waari ta'uuf jiru duraaan dursanii laf jala beekkachuu;"Namni aggacha hindhugeeffatu."
Dhugaa taasisuu, mirkaneessuu; Jecha kee yoo hojiidhaan dhugoomsite na agarsiisu qabda.
1. waan dhangala'aa akka bishaanii garatti fudhachuu. 2. utuu deebii hinkennin akkasumatti dhageeffa...