Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
dhugaatii ma.
dhugaatii ma.
GAO
Hiika
waan dhugamu keessattuu baay'ee yoo dhugan kan nama macheessuu danda'u; Dhugaatii nama macheessu yoo haran dhiisuun fama dhiba. 2. waan yoo dhugan dheebuu nama baasu; Bishaan dhugaatii manaa hinqabnu.
Sponsors