Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
dhuguu go.
dhuguu go.
GAO
Hiika
1. waan dhangala'aa akka bishaanii garatti fudhachuu. 2. utuu deebii hinkennin akkasumatti dhageeffachuu; Cal jedhee nama dhuguu malee deebii namaaf hinkennu.
Sponsors