Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,832 Jechoota
dharoomsuu go.
GAO

dubbii namni dubbate tokko dhara ta'uu isaa ifa baasuu, karaa danda'amu hundumaatiin mul'isanii saax...

Dharra'uu go.
GAO

fedha cimaa qabaachuu; Dubartiin ulfi waan hedduu dharraati.

dharraa bawuu go.
GAO

fedha ofii guuttachuu, waan barbaadaa turan argatanii quufuu.

dharraa ma.
GAO

fedha cimaa, hawwii; Dharraa foonii bawuuf hoolaa qalate.

dharraasisuu go.
GAO

akka dharra'u yookiin akka dharraan itti dhaga'amu gochuu; Waayee ittoo hindaaqqoo nyaachuu dubbatee...

dhawa 1
GAO

"dhaha 1" ilaalaa.

dhawa 2
GAO

"dhaha 2" ilaalaa.

dhawa 3
GAO

"dhaha 3" ilaalaa

dhawaata da.go.
GAO

1. utuu hinjarjarin, suuta; Abboo farankaa kee dhawaatan siif kennaa na hinjarjarsin.

dhawachiisuu
GAO

"dhahachiisuu" ilaalaa.

dhawachuu
GAO

"dhahachuu" ilaaalaa.

dhawannaa
GAO

"dhahannaa" ilaalaa.

dhawumsa
GAO

"dhaha 1" ilaalaa.

dhawuu
GAO

"dhahuu" ilaalaa.

dhawuu go.
GAO

1. miilla rukuchuu; Faana sa'aa dhaheeti cabse. 2. ejjeta qorachuu, barbaaduu; Horii halkan badde g...

dhawuu go.
GAO

1. miilla rukuchuu; Faana sa'aa dhaheeti cabse. 2. ejjeta qorachuu, barbaaduu; Horii halkan badde ga...

dhayinoo ma.
GAO

abujadii dhundhuma sadiyii kan namni bokkuuf filamfi uffatu.

dhebotaa ad.
GAO

kan dheebotu.

dhedheeraa ad.
GAO

waan dheeraa baayinaan jiru; Namoonni biyya keenya dhedheeraadha.

dhedheeroo
GAO

"dhedheeraa" ilaalaa.

Sponsors