Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
dharoomsuu go.
dharoomsuu go.
GAO
Hiika
dubbii namni dubbate tokko dhara ta'uu isaa ifa baasuu, karaa danda'amu hundumaatiin mul'isanii saaxila baasuu, qullaatti hambisuu; Dubbii sobaa dharoomsuutu mala.
Sponsors