Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
dhawuu go.
dhawuu go.
GAO
Hiika
1. miilla rukuchuu; Faana sa'aa dhaheeti cabse. 2. ejjeta qorachuu, barbaaduu; Horii halkan badde ganamaan faana dhawu. 3. faanaan lafa safaruu; Bal'ina manaa faanaan dhahaniiti xinneessan.
Sponsors