Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,832 Jechoota
dayyaasuu 2 go.
GAO

gargar tarsaasuu, dhoosuu; Asii talalaasee, Liiban gamatti dayyaa (hibboo).

de'uu
GAO

"dee'uu" ilaalaa

de'uu
GAO

"dee'uu" ilaalaa

deddeebi'uu go.
GAO

ammaa amma yookiin har'aa bori deebi'uu; Dhukkubni namatti  deddeebi'u nama huba.

deddeebi'uu go.
GAO

ammaa amma yookiin har'aa bori deebi'uu; Dhukkubni namatti  deddeebi'u nama huba.

deddeebii ma.
GAO

ammaa amma yookiin har'aa bori deebi'u; Deddeebii keessa biyya bare.

deddeebii ma.
GAO

ammaa amma yookiin har'aa bori deebi'u; Deddeebii keessa biyya bare.

deddeebisuu go.
GAO

1. akka ammaa amma yookiin har'aa bori deebi'u gochuu. 2. lafa irra harkisuu, tursuu; Na hindeddeebi...

deddeebisuu go.
GAO

1. akka ammaa amma yookiin har'aa bori deebi'u gochuu. 2. lafa irra harkisuu, tursuu; Na hindeddeebi...

deddeemuu go.
GAO

1. yeroo baay'ee deemuu. 2. yeroo baay'ee dhiirri  dubartii  bira  dhaquu; Namni dubartii bira de...

deddeemuu go.
GAO

1. yeroo baay'ee deemuu. 2. yeroo baay'ee dhiirri  dubartii  bira  dhaquu; Namni dubartii bira de...

dee'uu ma.
GAO

hafuura garaa keessaa 'eega rnidhaan nyaatanii yookiin waan ta'e dhuganii booddee sagalee dhageessi...

dee'uu ma.
GAO

hafuura garaa keessaa 'eega rnidhaan nyaatanii yookiin waan ta'e dhuganii booddee sagalee dhageessis...

deebi'uu go .
GAO

1 . bakka dhaqanii dhufuu; Gabaa bayeen dafee deebi'uu barbaada. 2. karaa irraa Ge' anii yookiin dog...

deebi'uu go .
GAO

1 . bakka dhaqanii dhufuu; Gabaa bayeen dafee deebi'uu barbaada. 2. karaa irraa Ge' anii yookiin dog...

deebifachuu
GAO

"deeffachuu" ilaalaa.

deebifamuu go.
GAO

bayiidhaaf yookiin hammeenyaaf jecha akka deebi'an ta'uu; Waan isaa hinbeeknuu utuu lafa yaanne hing...

deebifamuu go.
GAO

bayiidhaaf yookiin hammeenyaaf jecha akka deebi'an ta'uu; Waan isaa hinbeeknuu utuu lafa yaanne hing...

deebii kennuu go.
GAO

1. saantima yookiin qarshii hamma  kan ofii ta'e keessaa fudhatanii isa hafe namichaaf fudhatanii ...

deebii kennuu go.
GAO

1. saantima yookiin qarshii hamma  kan ofii ta'e keessaa fudhatanii isa hafe namichaaf fudhatanii i...

Sponsors