deebi'uu go .

GAO

Hiika

1 . bakka dhaqanii dhufuu; Gabaa bayeen dafee deebi'uu barbaada. 2. karaa irraa Ge' anii yookiin dogoggoranii karaa sirrii irra bu'uu; Balleessaa ofii irraa deebi 'uun mallattoo beekumsa godhachuuti.

Sponsors