deebii kennuu go.

GAO

Hiika


1. saantima yookiin qarshii hamma  kan ofii ta'e keessaa fudhatanii isa hafe namichaaf fudhatanii isa hafe namichaaf kennuu. 2. waan gaafatamaniif  ibsa quubsu kennuu. 3. ittiin coqqoluu (qoccoluu) yookiin ittiin mormuu; Yammuu abbaan kee,sitti dheek'kamu deebii hinkenniniif.


Sponsors