Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
795 Jechoota
chikaala ma.
GAO

muka yookiin sibiila gabaabaa lafatti dhaabanii horii yookiin waan biraa itti hidhan; Dunkaana dhaab...

chirri je.
GAO

sagalee yammuu simbirroo ari'an dhageessisan; Simbirroon garbuu fixxee, irraa chirri hinjettanii?

chookii ma.
GAO

nooraa amma quba harkaa qaldhatu, kan ittiin gabatee gurraachaa (bilaakboordii) irratti barreessan, ...

chuu jechuu go.
GAO

1. saree namatti kaasuu yookiin akka sareen nama ciniintuuf namatti naquu; Hattuun dhufnaan saree is...

ci'ii simbiraa ma.
GAO

yeroo simbirri waccu, ganama.

ci'ii simbiraa ma.
GAO

yeroo simbirri waccu, ganama.

cibiluu ad.
GAO

bifa gurraacha kasala yookiin cilaattii fakkaatu.

cibiluu ad.
GAO

bifa gurraacha kasala yookiin cilaattii fakkaatu.

cibiraan
GAO

"cirma" ilaalaa.

cicha ma.
GAO

lubbuun nama keessaa bayiisa, du'a.

cicha ma.
GAO

lubbuun nama keessaa bayiisa, du'a.

cichaa 1 ad.
GAO

nama waan qabe hingadhiifne, qaaqsa.

cichaa 1 ad.
GAO

nama waan qabe hingadhiifne, qaaqsa.

cichaa 2 ma.
GAO

elmata jabbii lammaffaa itti gadi dhiisanii elmatan.

cichaa 2 ma.
GAO

elmata jabbii lammaffaa itti gadi dhiisanii elmatan.

cichaa 3 ma.
GAO

gorroo mana keessatti akka golaafi gorduuba addaan baasuuf ijaaran, girgiddaa leemman yookiin sooyya...

cichaa 3 ma.
GAO

gorroo mana keessatti akka golaafi gorduuba addaan baasuuf ijaaran, girgiddaa leemman yookiin sooyya...

cichisiisuu go.
GAO

akka cichu gochuu.

cichisiisuu go.
GAO

akka cichu gochuu.

cichuu go.
GAO

lubbuun nama keessaa bawuu, du'uu; Erga  cichee  haati  dhufte.

Sponsors