Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
chuu jechuu go.
chuu jechuu go.
GAO
Hiika
1. saree namatti kaasuu yookiin akka sareen nama ciniintuuf namatti naquu; Hattuun dhufnaan saree isaa chuu itti jedhe. 2. namaafi nama yookiin horiifi horii walitti naquu; Jara lamaan chuu walitti jedheeti ofii biraa dheesse.
Sponsors