cichaa 3 ma.

GAO

Hiika

gorroo mana keessatti akka golaafi gorduuba addaan baasuuf ijaaran, girgiddaa leemman yookiin sooyyama irraa dhahamu; Tolaan faaqqee isaa cichaatti suuqa.
Sponsors