Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
bucbuc jechuu 2 go.
GAO

Sodaachuu, sodaan raafamuu. (onneen nama hir'atee).

bucbuc jechuu 2 go.
GAO

Sodaachuu, sodaan raafamuu. (onneen nama hir'atee).

buchi ma.
GAO

waamicha saree.

buchi ma.
GAO

waamicha saree.

buchii ma.
GAO

ilmoo saree, xuuxillaa, buchillaa.

buchii ma.
GAO

ilmoo saree, xuuxillaa, buchillaa.

buchillaa
GAO

"buchii" ilaalaa.

buchuma ma.
GAO

1. mi'a aannanii yookiin dhadhaa kan buqqeefi migirri irraa qophaawu, qabee. 2. waan akka waancaa k...

buchuma ma.
GAO

1. mi'a aannanii yookiin dhadhaa kan buqqeefi migirri irraa qophaawu, qabee. 2. waan akka waancaa ka...

bucucama.
GAO

albaatii daa'imaa,

bucucama.
GAO

albaatii daa'imaa,

budaa ad.
GAO

nama yoo nama ilaale ijji isaa nama huba jedhamu, kan waraabessa yaabbatee gulufa jedhamu; Daa 'ima ...

budaa ad.
GAO

nama yoo nama ilaale ijji isaa nama huba jedhamu, kan waraabessa yaabbatee gulufa jedhamu; Daa 'ima ...

buddeena ma.
GAO

1.nyaata  haphii bukoo qal' isanii eelee irratti tolchan, kan yeroo bilchaatu ija baasu. 2. nyaata ...

buddeena ma.
GAO

1.nyaata  haphii bukoo qal' isanii eelee irratti tolchan, kan yeroo bilchaatu ija baasu. 2. nyaata...

budduqfachuu go
GAO

odoo hinqusatin sirriitti keessa fageessanii waraabbachuu.

budduqfachuu go
GAO

odoo hinqusatin sirriitti keessa fageessanii waraabbachuu.

budduqsa ma.
GAO

dhangala'aa odoo hinqusatin yookiin harka keessa hinqabatin waraaba.

budduqsa ma.
GAO

dhangala'aa odoo hinqusatin yookiin harka keessa hinqabatin waraaba.

budduqsaa ma.
GAO

buqqee yookiin xaasaa dhangala'aa ittiin waraaban.

Sponsors