buchuma ma.

GAO

Hiika

1. mi'a aannanii yookiin dhadhaa kan buqqeefi migirri irraa qophaawu, qabee. 2. waan akka waancaa kan suphee irraa qophaayee farsoo itti dhugan.
Sponsors