buddeena ma.

GAO

Hiika


1.nyaata  haphii bukoo qal' isanii eelee irratti tolchan, kan yeroo bilchaatu ija baasu. 2. nyaata hundaa kan bukoo irraa qophaawu, qixxaa,  daabboo,  w. k. f  3.jiruu yookiin maallaqa ittiin jiraatan; Yoo jabaatanii hojjetan malee buddeena hinargaatan.

Sponsors