Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
boossiftuu ad.
GAO

nama horiin-kennameefi.

boossisuu go.
GAO

akka boowu yookiin boossu gochuu.

boossisuu go.
GAO

akka boowu yookiin boossu gochuu.

boossuu ad.
GAO

nama waan xiqqaaf guddaafis booyicha guddisu (keessumattuu dhalaadhaaf)

boossuu ad.
GAO

nama waan xiqqaaf guddaafis booyicha guddisu (keessumattuu dhalaadhaaf)

boowa ma.
GAO

1 . dhibamanii,rakkatanii, firri nama jalaa du'ee yookiin balaa adda addaatiin iyya yookiin odoo hin...

boowa ma.
GAO

1 . dhibamanii,rakkatanii, firri nama jalaa du'ee yookiin balaa adda addaatiin iyya yookiin odoo hin...

boowuu go.
GAO

iyyaa yookiin odoo hiniyyin waayee waa rakkataniif imimmaan dhangalaasuu; Jireenyaan wal gargaaruu ...

boowuu go.
GAO

iyyaa yookiin odoo hiniyyin waayee waa rakkataniif imimmaan dhangalaasuu; Jireenyaan wal gargaaruu ...

booya
GAO

”boowa”i1aalaa.

booyicha
GAO

"boowa" ilaalaa.

booyyadii
GAO

"abujadii" ilaalaa.

booyyee ma.
GAO

1. bineensa karkarroo fakkaatu, foon isaatiif bakkee tokko tokkotti kan madaqsan, kan foon isaa hara...

booyyee ma.
GAO

1. bineensa karkarroo fakkaatu, foon isaatiif bakkee tokko tokkotti kan madaqsan, kan foon isaa hara...

boqochiisuu go.
GAO

akka afuura baafatu gochuu,

boqochiisuu go.
GAO

akka afuura baafatu gochuu,

boqochuu go.
GAO

afuura baafachuu, bayyanachuu.

boqochuu go.
GAO

afuura baafachuu, bayyanachuu.

boqojjii 1 ad
GAO

kan qorru, diilallaa' aa.

boqojjii 1 ad
GAO

kan qorru, diilallaa' aa.

Sponsors