boowa ma.

GAO

Hiika

1 . dhibamanii,rakkatanii, firri nama jalaa du'ee yookiin balaa adda addaatiin iyya yookiin odoo hiniyyin imimmaan dhangalaasa; "Boossistuun boowa  hinargattu. " 2.  rakkoo ofii yookiin gidiraa nama irra gaye himacha; Inni waanuma xiqqaa guddaaf boowa guddisa.
Sponsors