Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
boowuu go.
boowuu go.
GAO
Hiika
iyyaa yookiin odoo hiniyyin waayee waa rakkataniif imimmaan dhangalaasuu; Jireenyaan wal gargaaruu wayya malee gaafa du'an walii boowuu qofti faayidaa hinqabu. 2. · rakkoo yookiin gidiraa nama irra gaye himachuu.
Sponsors