Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
balleessaa 1 ma.
GAO

1. badaa, gadhee yookiin waan hintolle hojii. 2. waan seerri hin'ayyamne, wanjala; "Balleessaa yoo ...

balleessaa 2 ad.
GAO

nama waan hintolle hojjetu; Balleessaa seeraan adabu.

balleessaa 2 ad.
GAO

nama waan hintolle hojjetu; Balleessaa seeraan adabu.

balleessisuu go.
GAO

akka balleessu godhuu.

balleessisuu go.
GAO

akka balleessu godhuu.

balleessituu ad.
GAO

dubartii balleessaa hojjettu.

balleessituu ad.
GAO

dubartii balleessaa hojjettu.

balleessuu go.
GAO

1. badaa gadhee yookiin waan hintolle hojjechuu, fokkisiisuu; "Amma tolchuun nama dhibu balleessuun ...

balleessuu go.
GAO

1. badaa gadhee yookiin waan hintolle hojjechuu, fokkisiisuu; "Amma tolchuun nama dhibu balleessuun...

balloo je.
GAO

jecha lakkii jedhanii sagalee ittiin kadhatan, maaloo; "Balloo mee na dhiisi."

balloo je.
GAO

jecha lakkii jedhanii sagalee ittiin kadhatan, maaloo; "Balloo mee na dhiisi."

baloo ad.
GAO

dubartii hindanda' amne, jaa'ibamtuu.

baloo ad.
GAO

dubartii hindanda' amne, jaa'ibamtuu.

banaa
GAO

"banamaa" ilaalaa.

banachuu go.
GAO

waan cufame saaqqachuu.

banachuu go.
GAO

waan cufame saaqqachuu.

banamaa ad.
GAO

kan hincufamne, kan cufaa hinta'in, .saaqamaa.

banamaa ad.
GAO

kan hincufamne, kan cufaa hinta'in, .saaqamaa.

banamuu go
GAO

1 . cufaan/balballi/ saaqamuu. 2. hojiin yeroof dhaabbate kan mana barumsaa, hospitaalaa, w.k.f. dee...

banamuu go
GAO

1 . cufaan/balballi/ saaqamuu. 2. hojiin yeroof dhaabbate kan mana barumsaa, hospitaalaa, w.k.f. de...

Sponsors