Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
yuusisuu go.
GAO

akka waraabessaatti iyyisiisuu; Mucaa qwnmuudeeti (qimmiideeti) yuusise.

yuusuu go.
GAO

1. waraabessi iyyuu. 2. akka waraabessaatti iyyuu.

Z,z
GAO

qubee Oromoo kan tarree digdamii jahaffaa irratti digdamii jahaffaa irratti argamu.

zabana ma.
GAO

yeroo namni yookiin wanti tokko keessa jiraatu yookiin ture,bara;Zabana Hayila Sillasee Xaaliyaaniin...

zabana qabaachuu go.
GAO

yeroon namatti toluu, barri kan ofii ta'uu; Zabana qabaachuun gaariidhaa, kunoo erga muudamtee konko...

zabanyaa ma.
GAO

nama mindaan mindeeffamee karra yookiin mana, keessattuu waajjira eegu, waardiyyaa.

zahanaayii ad.
GAO

nama jireenyaan akka baraatt waan haaraa hordofu, ammayyaa; Inni zabanaayiidha, gaabiifi naxalaa dhi...

zangeedara ma.
GAO

marga gaggabaabaa wiixaa fakkaatu, kan dubartiin l ematiifi waan akka agalgilji irraa qopheeesitu.

zawdii ma.
GAO

jifaara mallattoo biyya bulchuu ittiin agarsiisan, kan mootiin yookiin giiftiin mataatti kaayyatan, ...

zayitii ma.
GAO

dhama midhaan akka nuugii, talbaa, suufii, .k.f., irraa qophaawu, kan akka dhadhaatti nyaata mi'eess...

zayituunaa ma.
GAO

gosa ataakiltii kan buusaan isaa nyaatamu, guwaabaa.

zeeroo ma.
GAO

lakkoofsa duwwaa ta'iisa yookiin dhabiinsa waan tokkoo agarsiisu, kan waraqata irratti mallattoo ama...

Sponsors