zeeroo ma.

GAO

Hiika

lakkoofsa duwwaa ta'iisa yookiin dhabiinsa waan tokkoo agarsiisu, kan waraqata irratti mallattoo amartii fakkaatuun (O) barreeffamuu, duwwaa; Odoo hinqophaayin qorumsa fudhatanii zeeroo argachuu irra qorumsaaf taa'uu dhiisuu wayya. 2.hinjiru yookiin hindhufne jechuuf kan oolu; Asuma teesseeti yammuu si yaaman dhagawuu dhabdee zeeroo taatee?
Sponsors