zahanaayii ad.

GAO

Hiika

nama jireenyaan akka baraatt waan haaraa hordofu, ammayyaa; Inni zabanaayiidha, gaabiifi naxalaa dhiiseeti kootumaafi surreen deema.
Sponsors