Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
soofsisuu go.
GAO

akka soofu gochuu.

Soofuu go.
GAO

nafa wal qixxeessuudhaaf yookiin qaldhisuudhaaf sibiila qara qabuun irraa duuguu. 2.barbaaduu.

Soogidda ma.
GAO

waan adii dhadhaa yookiin cirricha fakkaatu, kan bishaan garbaa keessaa argamu, kan waan nyaatan akk...

Soogiddoo 1 ad.
GAO

kan camiin akka soogiddaa.

Soogidoo 2 ma.
GAO

biqiltuu xixiqqoo hundeen ishii hundee kaarotii fakkaattu, tan yoo nyaatan soogidda soogidda jettu.

sookko 1 ad.
GAO

kan reefuu lafaa bawu, margii, kan hingaamariin.

sookko 2 ma.
GAO

abaarsa /abaarree/.

sooksisuu go.
GAO

akka sooku gochuu.

sookuu go.
GAO

cinaadhaan haasa'uu, agiboon nama arrabsuu.

soolanaa
GAO

"solana" ilaalaa.

soolee
GAO

"solee" ilaalaa.

sooma ma.
GAO

1. qurxummii malee fooniifi nyaata adda addaa kan horii irraa argamu yeroo adda addaa amantiif jedha...

sooramaa ma.
GAO

akka namaa furdatuuf jedhanii nyaata kenna.

sooramuu go.
GAO

akka furdatuuf nyaata sirriitti argachuu; Horiin qalamu sooramuu barbaachisa.

soorecha
GAO

"sooressa" ilaalaa.

sooree ad.
GAO

nama qabeenya guddaa qabu.

sooreetii ad.
GAO

dubartii qabeenya guddaa qabdu.

sooromuu go.
GAO

sooressa ta'uu.

soorsisuu go.
GAO

akka sooru gochuu.

soortuu ad.
GAO

akka furdatu nyaata gaarii tan kennitu.

Sponsors