Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
sabaroo ma.
GAO

qodaa miira irraa hojjetamu,kan okolee irra guddatu, kan mi'a keessa kaawatan, qorxii.

sabbaka ma.
GAO

waa'ee amanttii (Kiristaanaa)barsiisuu,lallabu.

sabbakuu go.
GAO

waayee macaafa qulqulluu himuu.

sabbata aaqaa ma.
GAO

bifa adda addaa (magari'isuu, boora, diimaa, w.k. f.) kan akka hiddaatti gomboobee, yeroo roobaa sam...

sabbatama.
GAO

1.carqii qaldhoo dheertuu, kan keessattuu namni baadiyyaa mudhiittiin hidhachuuf ooltu; Dubartii dee...

sabbooqa ma.
GAO

tokko tokkotti aana, wal irra Jireenya, dirriba.

sabrii ma.
GAO

1. jarjara malee, odoo hin ariifatin, qalbiidhaan; Mucayyoo mee hin ariifatinii,  sabrii  godhu. 2...

Sadaasa ma .
GAO

ji'a Onkoloolessaafi Muddee jidduu oolu.

sadaffaa ad.
GAO

kan lamatti aanee dhufu.

sadaqaa ma.
GAO

nyaata yookiin qarshii rakkataaf kennan.

sadariyaa ma.
GAO

uffata harka hinqabne, kan fuundurri banaa, kan shamizii irraan  uffatu.

sadarkaa ma.
GAO

1. ijaara akka madabii kan irra ej jetanii t.bba bay an yookiin gadi /gadee/ bu' an. 2. kutaa adda a...

saddeeqa ma.
GAO

tapha mirgaan booldha jaya, bitaan booldha jaya qopheessanii dhakaa afur afur itti naqanii taphatan.

saddeeta ma.
GAO

1.fuudhaafi heeruma keessatti beellama warri durbaa jaarsa gara warra ilmaatii dhufuu qaban. 2. seer...

saddeeti ad.
GAO

lakkoofsa torbatti aanee dhufu.

saddeettama ad.
GAO

lakkoofsa torbaatamii sagalitti aanee dhufu.

sadi ad.
GAO

lakkoofsa lamatti aanee dhufu.

sadiga ma.
GAO

obboleessa dhirsaa, waarsaa,wosoo.

sadiyi
GAO

"sadi" ilaalaa

sadoo ma.
GAO

hammeenya hojjechuuf wal marii'acha; Sadoo sadaniiti mootii taayitaa irraa buusan.

Sponsors