Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
qanansiisuu
GAO

"qananiisuu" ilaalaa.

qancara ad.
GAO

1. kan sirriitti bilchaate, gorma . 2. kan bilchinni jala darbe; Mulluun qancare dhama dhaba. 3. gud...

qancaree 1 ma.
GAO

gosa adaamii kan ji'a Sadaasaa keessa daraaru.

qancaree 2 ad.
GAO

kan daade magarse, dulloomaa; Foonni re'ee qancaree hinmi'aawu.

qancarsiisuu go.
GAO

akka qancaru gochuu.

qancarsuu go.
GAO

qancara taasisuu.

qancaruu go.
GAO

1. sirriitti bilchaachuu, gormuu. 2. bilchina jala darbuu. 3.guddina fixachuu; Jaarsi qancare dubbii...

qanqalloo
GAO

"qalqala" ilaalaa.

qanxaba ma.
GAO

xinnoo, xinnoo baasanii gurgura; Rakkataan qanxaba nyaata.

qanxabachuu go.
GAO

qanxaba bitachuu yookiin gurgurachuu.

qanxabamuu go.
GAO

qanxaba bitamuu yookiin gurguramuu.

qanxabsiisuu go.
GAO

akka qarucabu gochuu.

qanxabuu go.
GAO

xixinneessanii yookiin irraa cabsanii gurguruu yookiin bituu.

qanxal gochuu
GAO

"qamxal gochuu" ilaalaa.

qaphee
GAO

"qabee"  ilaalaa.

qaqa ma.
GAO

1. qola yookiin quncee muka irraa kaa'uuf abidda rukuchiisa. 2. abiddatti karkarsa; Namni bilchaate ...

Qaqa nyaachuu go.
GAO

qaqaa godhachuu.

qaqaa fuudhuu go.
GAO

qaqaadhaan leela'uu.

qaqaa godhachuu go.
GAO

qaqaa baasuu; Biqila aara irra yoo kaa'an qaqaa godhata.

qaqaa ma.
GAO

leelee aaraa; Manni dulloome qaqaa baasa.

Sponsors