qancaruu go.

GAO

Hiika

1. sirriitti bilchaachuu, gormuu. 2. bilchina jala darbuu. 3.guddina fixachuu; Jaarsi qancare dubbii laallateeti dubbata.
Sponsors