qancara ad.

GAO

Hiika

1. kan sirriitti bilchaate, gorma . 2. kan bilchinni jala darbe; Mulluun qancare dhama dhaba. 3. guddina kan fixate; Ijoolleen nyaata dhabde niqancarti.
Sponsors