1. mi'a waan ta'e ittiin qaban; Qabadhaan mukukkula qabeeti dukkanatti darbate. 2.. waan ittiin qaba...
1. harka ofii jalagalchuu. 2. lafa baruu, lalisuu; Geeshoon ganna dhaaban dafeeti lafa qabata. 3. ...
1. harka namaa galuu; Hattuun qabame. 2. dhµkkuba fuudhuu; Busaan yoo si qabde qoricha otoo hinfudh...
1 horii uffata nyaatu; Jabbii qabanyaa tokkotu gaabii jalaa nyaate. 2. nama harkaan deemu, hattuu, m...
waa'ee waan ta'eetiif, maqaa waan ta'eetti; Qabata obboleessaatti mana hidhaa gale.
1 . o ' i kan irraa darbe. 2. waan gubaa hin qabne; Qilleensi qabbanaawaan nama hin dafqisiisu.
1. aduu dabarfachuu. 2. aara galfachuu. 3. o' a irraa dabarsuu; Buna qabbaneeffadhuu dhugi.
1. akka qabbanaa'u gochuu. 2 . qabbana taasisuu, akka aariin irraa galu gochuu; Gorsi aarii qabbanee...
1. qabbana tan qabdu. 2. o'a tan dabarfatte; Eelee qabbanooftuun buddeena hinbareechitu. 3. tan amal...