Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
paartii ma.
GAO

garee siyaasaa, kan ilaalchaafi imaammata (poolisii) tokko qabaatan keessatti qixaa'anii akeeka isaa...

paastaa ma.
GAO

nyaata qamadii irraa warshaatti qophaa'u, dheeraa qaqaldhaa ta'ee, affeelamee fal'aana (shukkaa) jed...

piroppagaandaa ma.
GAO

oduu fafakkeessanii, mimmiidhagsanii, akka yaada ofiitti galu ittiin taasisan, olola.

polotiikaa ma.
GAO

saayinsiifi aartii mootummaan ittiin biyya bulchu, siyaasa, taliiga; Ofiin of bulchina malee alagaan...

poolisii ma.
GAO

nama akka seera eegsisuuf mootummaan uffata uffisee,.qawwee baachisee, malamayyoo mataatfi gonfee, w...

poostaa ma.
GAO

waraqata yaada ofii i ratti katabanii nagaa yookiin waan tokko wal gaafachuuf waraqata akka kiiaiitt...

Q,q
GAO

qubee Oromoo tarree kudha torbaffaa irratti argamu.

qa'oo ma.
GAO

dhagaa gurguddaa tabba irra dhadhaabatu.

qaa gochuu go.
GAO

1.dhahanii cabsuu; Uleedhaan buqqee qaa godheeti gargar baase. 2. siriitti abidda yookiin aduu rukuc...

qaabachiisuu go.
GAO

akka qaabatu gochuu.

qaabachuu go.
GAO

1. waa argachuu yookiin gudunfachuu. Qaabachuun gamna hindhibu. 2 garaatti qabachuu.

qaaca ma.
GAO

1. faachoo warqee irraa soqamee bawu kan ittiin waan akka dooniyaa (keeshaa) hojjetan. 2. biqiltuu q...

qaadii ma.
GAO

Abbaa seeraa Shari'aa; Qaadii bira deemteeti dubbiin irraa dhume.

qaadima
GAO

"kaadhima" ilaalaa.

qaafira ma.
GAO

eegumsa waan sodaatamuu kan akka nageenya namaa hinunkurre halkan takkaayis guyyaa asiifi achi deema...

qaalaa ma.
GAO

holqa hallayyaa kan uumamaa yookiin namni qotee waa keessa dhokachuu danda'u; Kan garaa qabuuf qaala...

qaallicha
GAO

"qaalluu" ilaalaa.

qaalluu ma.
GAO

1. nama fagu, kan waa hima jedhamu. 2. nama beekumsa qabu, kan dubbii hiiku yookiln gorsa kennu; Gor...

qaam'ee
GAO

"qaamee" ilaalaa.

qaama ma.
GAO

dhaqna waan ta'ee; Qaama mucaa bishaan ho'ifteeti dhiqxe.

Sponsors