Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
moosisuu go.
GAO

mootii taasisuu. 2. akka bulchaa ta'uuf filuu, foowuu. 3. hunda caalchisuu, akka moowu gochuu;

mootii ma.
GAO

1. bulchaa biyyaa yookiin naannoo tokkoo ( kan duni); Mootiin bakka Abbaa Bokkuu bu 'ee nama hojjetu...

Mootummaa ma.
GAO

1. biyya yookiin naannoo mootiin Yookiin dura taa'aan tokko bulchu; Mootummaan Ingilizii Awurooppaa ...

mooxxaa dhabuu go.
GAO

walitti dhiyeenya yookiin leelloo walii dhabuu.

mooxxaa gabaachuu go.
GAO

walitti dhiyaachuu, wal leellisuu.

mooxxaa ma.
GAO

walitti dhiyeenya, amala walii beekumsa yookiin Jaalala qabeenya; Ani namicha kanaan wal hinbeekuu,�...

mooxxaawuu go.
GAO

mooxxaa qabaachuu; Namni kun namuma keenya ta'eeti nutti mooxxaawuu dide.

mooyyee ma.
GAO

mi'a manaa kan yeroo baay'ee muka irraa tolfamu, kan keessi isaa gadi bool'atee keessatti waa tuman;...

moqomoqa
GAO

"mommoqa" ilaalaa.

moqomoqaa
GAO

"mommoqaa" ilaalaa.

moqomoquu
GAO

"mommoquu" ilaalaa.

mora ma.
GAO

fuunduratti waan namaaf hintolle, badii, falfala, farra dubbacha.

moraa ad.
GAO

nama farra hojjetu,kan falfalu;Inni moraadha, badii malee tolaa namaaf hinhawwu:

morgaa ma.
GAO

ribuu dhaqnaa nafa tokkoofi nafa biraa walitti qabsiisu; Qotiyyoon morgaaJi cite gindoo danda'ee hin...

morgoggee ad.
GAO

nama qal'aa dheeraa cimaa; Namni morgoggeen akka laayyootti hinkuftu.

morka ma.
GAO

abalu hojJetu malee hinhojjedhu jedhanii dida, heeteffacha. 2.qixxaachuuf yookiin caaluuf, tattaaffi...

morkachuu
GAO

"morkuu" ilaalaa.

morkataa ad.
GAO

kan morka baayisu.

morkisiisuu go.
GAO

1. akka waliin morku gochuu. 2. waliin dorgomanii tokko keessaa caalmaa akka agarsiisu gochuu; Garee...

morkituu ad.
GAO

tan morkaan beekamtu.

Sponsors