Mootummaa ma.

GAO

Hiika

1. biyya yookiin naannoo mootiin Yookiin dura taa'aan tokko bulchu; Mootummaan Ingilizii Awurooppaa keessatti argama. 2. yeroo mootiin tokko biyya moowu yookiin bulchu; Mootummaan Dargii mootummaa Hayila Sillaaseen booda ture.
Sponsors