mootii ma.

GAO

Hiika

1. bulchaa biyyaa yookiin naannoo tokkoo ( kan duni); Mootiin bakka Abbaa Bokkuu bu 'ee nama hojjetu ture. 2. nama ulfina qabu, gooftaa; Waaqni isinitti haa agarsiisu mootii koo, hinuman kadhadhee na gargaaraa.
Sponsors