bineentii xinnoo akka bofaa garaadhaan lafa irra kaattu,tan miilla afur qabdu, loccuu.
dubbii hintaane, keessumattuu kan walittii utuu hincitin hamma nama nuffisiisutti dubbatamu.
1. raamoo bakka Jisichaa kan yammuu bakki ciisaa sun jiidha godhatu uumamu; Itilleen mucaan itti fin...
1. garaadhaan lafa irra deemuu. 2. suuta jedhanii akka lowaatti deemuu; Maal loota? Yoo deemte dadda...
1.seeta Gadaa keessatti waggaa afurtama yammuu galan cidhaan ayyaaneffachuu. 2. qola hormaata dhiira...
1. seera Gadaa keessatti waggaa afurtama seenuu. 2. qola hormaataa murachuu, dhaqna gabachu , kittaa...
kutaa Gadaa keessatti nama waggaa afurtarna seenee, hojii biyyaa geggeessuu irratti kan hirmaatu; Lu...
waanna ta'een dhiphatanii lubbuun waa nama keessaa bawuuf kaate namatti fakkaachuu; Maliif akkas lub...
Jireenyi namaa raaw'achuu, du'uu reeffa ta'uu 2. odachuu, lugna ta'uu, Gurbaan kun sodaa keessa darb...
waan uumama foon qabu ukka inni sosocho'u, akka jiraatu, nyaatu, w.k.f. godhuu, hundee jireenyaa, na...
1. utuu hindu'iin jiraachuu; Hinduune ammayuu lubbuu qaba. 2. onnee qabaachuu, jagnoomuu, dhiiromuu;...
1.qaama gudeedaa, kan Jilbaa jalqabee luqqeettuutti ejju; Foon lukaa naa biti! 2. nafa namaa kan faa...