1. horiin hojii akka namaaf hojjetu barsiisuu; Dibicha qonnaadhaaf leenjisu. 2. nama barumsaan ogees...
nyaatanii fixuu; "Mi'aa keetu mi'aa dhirsa kiyyaa na dhowwe" jette kan damma muuxattee leessite.
1. tokkicha kan ta'e, kan waan biraa of biraa hinqabne; Mukni hinjiru, hin yaabbanne, firri hinjiru,...
waan bayii hin aane hoJjetanii yookiin dubbatanii ija ol fuudhanii nama ilaaluu dadhabuu.
1.akka leeyya'u gochuu. 2. waan namni hindanda'u, hingodhu jedhee yaadu gochuudhaan, danda'uudhaan, ...
waan nama biratti fudhatama hinqabne ya muu hojjetan yookiin dubbatan kan namatti dhaga'amu, qaanii,...
utuu irraa hinbayin mi'aa akka shukkaaraa qabaachuu; Daabboon kun shukkaara qabaayii lem lem jedhawo...
baala daggalaa kan akka raafuutt1 affeelamee nyaatamu, kan garaa namaa laaffisu; Raafuu lephoo yammu...
dhoqqee bukaayee yammuu keessa ejjetan miilla namaa qabu; Dukkanaan atuu deemuu lephuu lixee keessaa...
biqiltuu baala isaa hubboo yookiin okkotee haraqeetiin dhiqan, kan bishaan isaa baay'ee dhoqonaawu.
1.xaarmusii dhangala'aa liitirii tokko fuudhu. 2. bishaan yookiin waan akka bishaanii kan liitiroo t...