Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
kutuu 2 go.
GAO

1. waan qara qabuun muranii gargar baasuu. 2. quba harkaatiin harkisanii haadha isaa yookiin iddoo i...

kuukkessuu go.
GAO

garaan kuukkii taasifamuu; Midhaan nyaadhee garaa na kuukkesse.

kuukkii ma.
GAO

1. dhiita garaa ijoollee, kan dhibee nyaata pirootiinii jedhamu dhabiinsa irraa dhufu yookiin dhibee...

kuula ma.
GAO

1. foyaa bifa adda addaa kan qarqara wayyaa irratti dha'amu, xilata wayyaa. 2. foyaa kirrii yookiin ...

kuulachuu go.
GAO

kuulii ijatti godhachuu yookiin kuulii itti godhachuu; Fuula ofii kuulachuu; Intala isee kuulatte.

kuulamuu go.
GAO

1.kuuliidhaan ijji ofii bareeduu. 2. xilatiin naxalaatti, gaabiitti, w.k.f godhamuu; Gaabiin kun kuu...

kuulii 1 ma.
GAO

dibata bareedinaaf naannoo ijaatti dibamu.

kuulii 2 ma.
GAO

nama saantimaan ba'aa baatu; Kuuliin ba'aa naaf baatu as hinjiruu?

kuullee ad.
GAO

1. tan ijji bareedu; "Mucaa bareedduu ija kuullee, jedhee sossobee na fuudhe." 2. maqaa horii, keess...

kuunnoo ma. dha.
GAO

sagalee waan namattii fagaatee jiru ittiin nama biraatti agarsiisan, suunnoo; "Kuunnoo qabi!"(hibboo...

kuusaa 1 ma.
GAO

1. waan yeroo dheeraadhaaf bakka tokkotti walitti qabame; Qabeenyi isaa kuusaa bara meeqaati! 2. dhu...

kuusaa 2 ad.
GAO

kan kuusame,kan walitti qabame yookiin funaaname; Kuusaa jechoota Oromoo jechuun kan jechoonni Afaan...

kuusuu go.
GAO

waan tokko iddoo yookiin bakka tokkotti guuranii baay'isuu, fakkansuu; Qarshii kuusuun yeroo rakkina...

kuwaa jechuu go.
GAO

waanti tokko lafa dhayee cabuu yookiin wal rµkutee sagaleen dhaga'amuu; Maaltu ala kanaa kuwaa jedh...

kuwaasii
GAO

"kubbaa" ilaalaa.

kuyyisa 1 ma.
GAO

biyyoo lafa keessaa rirmi dhiibdee akka gaaraatti ol tuultu.

kuyyisa 2 ad.
GAO

gabaabaa yookiin kan akka gufuu; Kuyyisni kun! Ati amma anaan gabaabaadha jettaa?

L, l
GAO

qubee Afaan Oromoo kan tarree kudha lammaffaa irratt1 argamu.

laaboraatorii ma.
GAO

bakka dhukkubni adda addaa keessatti qorataman. Dhiigi koo laaboraatori keessatti qoratamee qulqullu...

laachuu go.
GAO

1.waanuma fedhe namaaf kennuu. 2. waan nyaataa namaaf kennuu.

Sponsors