Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
kuusaa 1 ma.
kuusaa 1 ma.
GAO
Hiika
1. waan yeroo dheeraadhaaf bakka tokkotti walitti qabame; Qabeenyi isaa kuusaa bara meeqaati! 2. dhugaatii abbaan manaa yammuu karaa fagoo deemu haati manaa qopheessitee eegdu; Ji'a sadii ala turee dhufee haati manaa kuusaa utuu hinnaqiin eegde.
Sponsors