sagalee nama baay'ee yookiin nama ulfeessan ittiin waaman; Maa didduu isini woo, kottaa !
1. qorra yookiin dhukkuba irraa kan ka'e harki yookiin miilli diriiruu diduu. 2. dhaqni goggoguu, qo...
1. horii kotteen isaa baqaqaa hintaane, kan foonni isaa hin nyaatamne, waan akka gaangee, harree, fa...
1.luka horii, keessumattuu kan ittiin lafa ejjetan. 2. miilla namaa; Kotteen kee haa cabu.
1.akka kottaawu gochuu. 2. rakkina keessa galchuu; Rakkinni kotteessee utuu isa qabuudhaa baatee inn...
miilla gara jilbaatti ol deebisuu yookiin cabsuu, keessumattuu yeroo rafu Kottoonfatee rafa.
waan geengoo gogaa yookiin gommaa irraa hojjetamu, ken keessi isaa qilleensaan guutamee miillaan yoo...
dhiita xixinnoo kan sababii hubaatiin wayii gogaa irraa gayeef uumamu yookiin ababii dhukkubaatiin d...
lakkoobsa tokkoo hamma sagaliitti jiran irratti dabalamee yaada "kudhan" jedho. kan tokkoon tokkoon ...
nama harki badii yookiin miidhaa qofa hojjetu, kan harki isaa lafa hinbuune, fakkeenyaaf yoo dhagaa ...
caaffata gogaa keessatti hodhamee dhibee adda adqaa irraa nama oolcha yookiin fayyisa jedhanii morma...
kudhaama mormatti hidhuu. 2. waan turee booddee ga'a jedhamee amanamu namaaf kaa'uu; Eebba koon siif...
1. akka lafa dhawu yookiin jigu gochuu. 2. akka qormaata yookiin qorumsa hindarbine yochuu;Beekaa qo...