Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
koree 2 ma.
GAO

sirna wal duraa duubaan keessatti waa hojjetamu, darabee, taraa; Koree dubbachuu baannaan waldhaggee...

korkoda ma.
GAO

1. hidhaa keessumattuu harka horii cabsanii xil godhanii walitti hidhan; Gaangee amala badde korkoda...

korkodamuu go.
GAO

1. korko a hidhamuu. 2. Jireenyaan qabamanii gara itti socho'an dhabuu.

korkoduu go.
GAO

1. korkoda hidhuu. 2. jireenya nama nuffisiisu Jiraachisuu.

korkorii ma.
GAO

waan akka ija bunaa kan re'een yookiin hoolaan yookiin bineensi daggalaa buuftu, bunee,shishii, koko...

korma afaanii ad.
GAO

oduudhaan m lee jiruudhaan kan hinbeekamne yookiin kan hinjirre.

korma ma.
GAO

1.horii dhalchaaf moosisan yookiin kan dhalchu. 2. onne qabeessa, jabaa; Diina mo'uuf korma ta'uu ba...

kormaa ad.
GAO

1. kan dhaltuu hinta'in, dhiira. 2. kormaa hindaaqqoo; Hindaaqqoo kormaamoo dhaltuu bitee?

kormoomuu go.
GAO

karma ta'uu;hindaaqqoon kormoomuun isaa kan beekamu qaafa kukkuluu jedhu;Kormoomuun namaa kan beekam...

korofee ma.
GAO

farsoo hincalalamin, farsoo boordee.

korojaa ma.
GAO

1.gogaa reettii yookiin hoolaa kan boorsaan, qalqalloon, w.k.f. irraa hojjetamu. 2. gogaa sa'aa; Kor...

korojoo
GAO

"korojaa"  ilaalaa.

koromtoo ad.
GAO

1.korma gafarsaa; Koromtoon adda hammaata, mukattii hinfagaatin, yaddaan gugata hammaata, jirmattii ...

koronguda ma
GAO

gosa loyaa kan lootuu fakkaatu.

korony'oo ma.
GAO

qaama koomee miillaa gara irraatti argamu, kan dhiitaa fakkaatu, kan kottee horii gara irraatti qeen...

korortoo ma.
GAO

yabaloo yookiin bidiruu mukaa kan bishaan irra ittiin balaii'an.

korporeeshinii ma.
GAO

dhaabbata baajeta ministeera maallaqaa irraa utuu hingaafatin of danda'ee bulu; Eenyummeessa malee k...

koshaa ma.
GAO

bakka dhokataa ta'e, golee.

kosorota ma.
GAO

muka urgaa'aa dhadhaa ittiin baksan.

kosorruu
GAO

"sokorruu" ilaalaa.

Sponsors