koromtoo ad.

GAO

Hiika

1.korma gafarsaa; Koromtoon adda hammaata, mukattii hinfagaatin, yaddaan gugata hammaata, jirmattii hinfagaatin, alagaan bulee hammaata, firattii hinfagaatin. 2. dargaggeessa; Haati ijoollee koromtoo manaa qabdi.
Sponsors