korojaa ma.

GAO

Hiika

1.gogaa reettii yookiin hoolaa kan boorsaan, qalqalloon, w.k.f. irraa hojjetamu. 2. gogaa sa'aa; Korojaa farasullaan tokko qarshii meeqatti gurguramaa?
Sponsors