Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
kitimaa ma.
GAO

1.qalma yookiin gorra'a horii, kan dhibee irraa fayyuuf godhamu; Seera Arsiitti dhukkuba irraa fayyu...

kitimachuu go.
GAO

dhibee irraa fayyuuf jecha, horii ofitti qaluu yookiin gorra'uu.

kitimamuu go.
GAO

kitimaa ta'uu.

kitimuu go.
GAO

akka fayyuuf nama dhibee qabutti horii qaluu.

kittaa ma.
GAO

1.uffata, huccuu, daara, kafana. 2. uffata ijoollee kan bitaafi mirgaan baqaqaa qabu, addiroo.

kittibaata ma.
GAO

qoricha akka dhaqni namaa dhukkuba irraa hafuuf yookiin dandamatuuf duraan dursee utuu dhukkubni nam...

kittibaatii
GAO

"kittibaata" ilaalaa.

kittii ad.
GAO

daara yookiin uffata darbanii darbanii fakkeenyaaf guyyaa Sanbataa duwwaa uffatan, Uffata kittii san...

kiyya ma.dha.
GAO

qabeenya ofii sagaleen agarsiisan, koo; Manni kiyya fagoodha.

kiyyeessuu go.
GAO

kiyyoodhaan qabuu.

kiyyoo 1 ma.
GAO

1 . waan bineensa caakkaa yookiin allaatti ittiin qaban. 2.rakkina keessaa bawuun nama dhiba; Ijooll...

kiyyoo 2 ma.
GAO

koronyoo miillaa; Namni kiyyoon cabe nihokkola.

kiyyoo galuu go.
GAO

rakkina guddaa keessa seenuu.

ko'eesea ad.
GAO

nama gargaarsa hinqabne; ijoollee waan hinhambisneef namichi ko'eessa ta'e.

ko'eettii ad.
GAO

dubartii ko'umni itti dhaga'amu.

ko'ilee
GAO

"ko'eessa" ilaalaa.

ko'uma ma.
GAO

kophaa ta'iisa, gargaarsa dhabiisa; Eega dhirsi irraa du'ee ko'umatu itti dhaga'ama.

Ko'ummaa
GAO

"ko'uma" ilaalaa.

kobbortaa ma.
GAO

uffata furdaa yeroo qorraa, keessumattuu alkan halkan uffatan, kan akka kootiitti hodhamu; Kobbortaa...

kobobichoo ma.
GAO

biyyoo walitti qlbatee goge, yoo tuqan kan battalatti hur'aawu; Kobobichoon miilla na quuqee deemsa ...

Sponsors