Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
kittibaata ma.
kittibaata ma.
GAO
Hiika
qoricha akka dhaqni namaa dhukkuba irraa hafuuf yookiin dandamatuuf duraan dursee utuu dhukkubni nama hinqabin lilmoodhaan (marfeedhaan) karaa gogaa yookiin afaaniin namaaf kennamu, talaallii; Mucaan dhiyoo dhalate kittibaata kattabachuu isa barbaachisa.
Sponsors