Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
kafanaa
GAO

"kafana" ilaalaa.

kafanamuu go.
GAO

reeffi dhiqamee uffataan maramuu.

kafanuu go.
GAO

reeffa dhiqanii uffataan maruu.

kaffalachuu go.
GAO

ofiif kaffaluu.

kaffalchiisuu go.
GAO

akka kaffalu gochuu.

kaffaluu go.
GAO

liqii namaa deebisuu; Qarshii koo sana naa hinkaffaltuu? 2. gatii waan bitaniif baasuu; Kootii kanaa...

kajeel'aa ma.
GAO

gocha kajeeluu; Inni waan namaa kajeel'aa baay'isa.

kajeelaa ad.
GAO

kan kajeelu; Nama kajeelaa ijaan arguu hinjaalladhu.

kajeellachuu
GAO

"kajeeluu" ilaalaa.

kajeelloo
GAO

"kajeel'aa" ilaalaa.

kajeeltuu ad.
GAO

tan kajeeluudhaan beekamtu; Kajeeltuun bara nama hinbaaftu.

kajeeluu go.
GAO

1.utuu hinwaamamiin mana namaa dhaqanii nyaataafi dhugaatii yookiin tokkoon isaa fedhuu; Kajeeluun w...

kakablee
GAO

"maraqii" ilaalaa.

kakachiisuu go.
GAO

akka kakatu gochuu; Akka eenyummaa saba keetii itatti baasuuf hojjettu si kakachiisuu nu barbaachisa...

kakachuu go.
GAO

waanti tokko ta'eera yookiin hintaane, fuulduratti nita'a yookiin hinta'u, hingodhu yookiin nan godh...

kakawwee ma.
GAO

sagalee yawuttii roobni roobu yookiin yawuttii roobuuf jedhu Waaga keessaa dhaga'amu; Kakawween dhag...

kaksuu go.
GAO

1. sagaleen utuu wal irraa hincitiin, fakkeenyaaf waanti akka sagalee kakawwee dhaga'amuu; Halkan ed...

Kakuu Haaraa ma.
GAO

kutaa macaafa qulqulluu isa lammaffaa, Wangeela Maatiwoosii amma mul'ata Yohaannisitti jiru, kan dha...

kakuu ma.
GAO

waadaa dhugaa dubbachuuf, jiraachuuf galan; Kakuudhaan wal fuudhan.

Kakuu Moofaa ma.
GAO

kutaa macaafa qulqulluu isa duraa, kan seera uumamaatii jalqabee hamma raajii Milkiyaasitti jiru.

Sponsors