Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
hurufa ma.
GAO

1. lafa bal'aa,badhee; Farda hurufatti leenjisu. 2. lafa qeyee irraa fagoo, ala. 3. lafa bal'aa boso...

hurufuu go.
GAO

biqiltuun ija yookiin gumaa haala gaariittl naqachuu, hurubuu.

huruma ma.
GAO

lafa mukti baay'een 1tti marge, bosona, caakkaa.

hurumaa ad.
GAO

kan qaawaa qabu, kan qaawaan itti baye.

hurumu go.
GAO

qaawaan itti bawuu, banamuu, fulla'uu.

Hurumuu ma.
GAO

1. maqaa biyyaa. 2."huruma" ilaalaa.

hushaala ma.
GAO

waan waa lama gidduu kaa'anii akka walitti hinqabanne ittiin godhan.

hushaalisuu go.
GAO

akka hushaalu gochuu.

hushalamuu go.
GAO

hushaalli gidduu kaa'amuu.

hushaluu go.
GAO

hushaala waa lama gidduu kaa'uu; Yommuu waa falaxxu hushaala gidduu kaawwadhu.

husii ma.
GAO

muka gaggabaabaa baay'atee iddoo tokkotti margu, kan bineensi itti galu, tusii.

hususa ma.
GAO

sagalee gadi qabatanii haasa'a, dubbacha, hasaasa.

hususuu go.
GAO

sagalee gadi qabatanii haasa'uu, dubbachuu, hasaasuu; Hamiif hinhususiin.

huuba ma.
GAO

1. marga yookiin galabaa caccabe, hibbiqii, hansara. 2. aramaa; Bunni kee huuba godhatee maaliif hin...

huuba qoonqoo ma.
GAO

qaama laagaa keessaa, tan gadi rarraatu, harraba xiqqee, liqimsituu, harsasee; Huuba qoonqoo muruun�...

huumaa 1 ma.
GAO

1.kan waaqni huume yookiin hojjete. 2. akka itti waaqni huume, akka itti Rabbi jiraachisu; Huumaa Wa...

huumaa 2 ad.
GAO

kan huumuu danda'u, Rabbi.

huumachuu 2 go.
GAO

waan duraan hinjirre tolfachuu, argachuu, dhalfachuu.

huumamaa ad.
GAO

kan Rabbi uume hunda.

huumamuu go.
GAO

gara jiraachuutti dhufuu, huumamaa ta'u.

Sponsors