Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
huuba ma.
huuba ma.
GAO
Hiika
1. marga yookiin galabaa caccabe, hibbiqii, hansara. 2. aramaa; Bunni kee huuba godhatee maaliif hinaramne?
Sponsors