hurufa ma.

GAO

Hiika

1. lafa bal'aa,badhee; Farda hurufatti leenjisu. 2. lafa qeyee irraa fagoo, ala. 3. lafa bal'aa bosona qabu. 4. biyyee oggaa irra ejjetan gadi nama fudhatu, lafa boolla hinmul'anne qabu.
Sponsors