Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
godaa.ma.
GAO

bineensa daggalaa kan re'ee fakkaatu, kan foon isaa nyaatamu.

godaana
GAO

"godaansa" ilaalaa.

godaaniisuu go.
GAO

1.akka godaanu gochuu. 2.nama

godaannisa ma.
GAO

nafa madaan irraa fayyee goggoge; Bakkeen namichi si buruqse godaannisaa nibeeksisa.

godaansa ma.
GAO

1. horii oofanii yeroo gannaa biyya kaloon argamu deemiira Birraan bari'ee warri kee hammaanrnaa god...

godha
GAO

1."gocha" ilaalaa. 2."sala" ilaalaa.

godhaa ma.
GAO

(qaanii) quunnamtii, dhiiraafi dhalaa, salaa godhiisa.

godhachuu go.
GAO

1. waan ta'e qopheeffachuu; Fira godhachuu; Horii godhachuu. 2. waan ta'e uummachuu; Madaan kun bish...

godhamtuu
GAO

"Salamtuu" ilaalaa.

godhamuu go.
GAO

1. wanti ta'e hojjetamuu. 2. (qaanii) "salamuu" ilaalaa.

godhuu go.
GAO

1. waan ta'e hojjechuu, 2."saluu" ilaalaa.

godoo ma.
GAO

1 "gaadi'oo" ilaalaa. 2. morma okolee.

gofaree ma.
GAO

qajjiisa mataa kan qixxee argee dheerate; gofaree kana fili malee haaddatin.

goftaa ad.
GAO

1. nama qabeenyaan kun taayitaadhaan hunda calu, kan namoota baay'ee of jalatti bulchu. 2. Waaqa waa...

gogaa irraa fuudhuu go.
GAO

gogaa irraa qaluu, quncisuu; Ani gorra'eetan deema ati turtee gogaa irraa fuudhuu dandeessaa?

gogduu 1 ad.
GAO

kan jiidha of keessaa hinqabne.

gogduu 2 ad.
GAO

1. dubartii hamtuu, gara jabeettii. 2. dubartii huqqattu, qal'oo.

gogfachuu go.
GAO

waan Jiidhaan akka gogu godhachuu.

gogfamuu go.
GAO

akka gogu godhamuu.

goggogsuu
GAO

"gogsuu" ilaalaa.

Sponsors