Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
godhachuu go.
godhachuu go.
GAO
Hiika
1. waan ta'e qopheeffachuu; Fira godhachuu; Horii godhachuu. 2. waan ta'e uummachuu; Madaan kun bishaan hingodhatu.
Sponsors